Subscribers 67,000
Views 5,626,552
Videos 164
Language en
Country US
Created Dec 2018 (6 years old)
Topics Society Religion
Actions Copy all info to clipboard
You can use it to paste it into ChatGPT and analyze the channel

Contacts and Links

Description

Chaanaaliin YouTube kun Chaanaalii Miidiyaa Miilaan dha. Chaanaalii kana irrattis sagantaalee Miidiyaa Miilaan qulqullinaan hojjatamanii isiniif dhiyaatan ni argattu.


MUL’ATA

Miidiyaa hunda galeessa ta’e akkasumas, hawaasa biratti yaadaa fi qulqullinaan fudhatama guddaa qabu ta’uu keessatti Islaamummaa sirrii fi madaalawaa tahe uummataan gahuu.

KAAYYOO

• Duudhaa Islaamaa eeguun barnootaa fi ergama Islaamaa karaa aartiidhaan hawaasa biraan gahuu.
• Dhugaa fi ergama Islaamummaa hawaasa
amantii biraa hordofan biraan gahuu.
• Hojiilee hawaasaaf faayidaa guddaa qaban
irratti adda durummaan hirmaachuu.
• Seenaa,dhugaa fi eenyummaa ummata oromoo amantii Islaamummaa waliin qabatu ifa baasuu.

DUUDHAA
- Hunda galeessummaa
- Adeemsa madaalawaa
- Itti gaafatamummaa
- Tokkummaa
- Khalaqa

Videos from channel

Published Title Description Views
Jan 19, 2025 Simboo keenya obbolummaan eegalla! | Simboo | Milan Media #simboo #milanmedia ... 406
Jan 19, 2025 Adada guddachaa deemtuun waa hedduu hubatta ! | Galatoomi | Milan Media #galatoomi #simboo Simboo Sagantaan Galatoomi keenya namoota jireenya keenya ke... 631
Jan 19, 2025 Umuriin kee meeqa ? Raqiib fi atiid | Simboo | Milan Media #simboo #milanmedia Simboo #simboo #milanmedia #minbertv #afaan_oromoo... 2,240
Jan 18, 2025 Alhamdulillaah | Nashiidaa Faa'iz Saalih | Simboo | Milan Media #simboo #nashiidaa #nasheed Simboo Sa'aatii keenya aartii irratti munshid Faa'iz Saalih... 2,397
Jan 18, 2025 Awwiin Diyaasporaa ta'uufi | Ajaa'ib | Simboo | Milan Media #Simboo Simboo Ajaa'ib Dinqii duniyaan of keessatti qabattee jirtuu ... 3,520
Jan 18, 2025 Silmiin gara wallaalte gogaa waliin gurguramti ! | Ustaaz Raayyaa Abbaa Maccaa #raayyaaabbaamaccaa Simboo Sa'aatii keessummaa keenya torban 3ffaatiin ustaaza ... 48,537
Jan 18, 2025 Simboo keenya obbolummaan eegalla! | Simboo | Milan Media #simboo #milanmedia Simboo Simboon torban 3ffaa eegalee jira. Akkuma sagantaalee... 701
Jan 16, 2025 Sagantaa keenya Simboo Torban kanaa | #simboo #milanmedia Sagantaa Simboo torban 3ffaa keenya kanaan sagantaalee keeny... 2,051
Jan 12, 2025 Simboo ... 358
Jan 11, 2025 Maallaqa jalqaba argadheen abbaa kiyyaafan baasii godhe | Galatoomi | Simboo | Milan Media Simboo Sagantaa Galatoomii keenya kana irratti hiriyyaa , m... 406
Jan 11, 2025 Wallaalaan akka hayyuutti kabajamuu eegalamee jira! | Simboo | Milan Media #milanmedia #simboo Simboo Sagantaa Bohaartii guyyaa sanbataaf (Sabtiif) isinii... 419
Jan 11, 2025 Kabajamoo waan mi'ooftuu kana nuu affeeramaa! Simboo | Milan Media ... 2,976
Jan 11, 2025 Diin Gaarii| Nashiidaa Awwii Khadir Waltajjii Simboo irratti dhiyeesse | Milan media #nashida Simboo | Sa'aatii Aartii Munshid Awwii Khadir waltajjii Simb... 3,594
Jan 11, 2025 Ajaa'ib | Simboo | Milan Media Simboo Kutaa Ajaa'ib keenya kana kan har'aatiin amantiiwwan... 2,420
Jan 11, 2025 Leenca Gammoojjii | Kuusaa Seenaa | Simboo | Milan Media Kuusaa Seenaa keenya torban kana keessatti maqaa 'leenca gam... 467